Kitaabni sun qorumsa qofaaf osoo hin taane, jireenya gaarii jiraachuuf akka barumsa guddaatti akka tajaajile seenaan kun ni addeessa.
Aadaa fi Sirna Gadaa Oromoo aaddunyaatti beekamtuun jireenya, bulchiinsa, fi ilaalcha Oromoo keessatti iddoo guddaa qabdi. Erga Kitaaba Gadaa Kutaa 1ffaa booda, amma Kitaaba Gadaa Kutaa 2ffaa ba’uun isaa gammachuu guddaa dha. kitaaba gadaa kutaa 2ffaa